Itoophiyaan fedeereshinii giddugalaa jalatti naannoolee mataa ofiin of bulchan qabduudha. Naannoolee Kudha tokkoo fi bulchiinsa magaalaa lama kan Heeraa Mootummaa Itoophiyaan bara 1992 raggaasifame qabdi.