Firijiin ykn Qabbaneessituun (Afaan Ingiliffaan: Refrigerator) meeshaa mana keessaa kan elektirikiin hojjetu yoo ta'u, kaayyoon isaa inni guddaan naannoo keessoo isaa qabbaneessuun, nyaataa fi dhugaatii akka hin badne yeroo dheeraaf tursuudha.