Jimmaa Gannatii aanaa Horroo Guduruu Wallagaa keessa ishee tokko Aanaan akka Aanaatti of dandeessee kan hundoofte bata 1934 yommuu taatu,Magaalaa guddoo Godina keenyaa shaambuu irraa km 27 fagaattee gara kibba lixaatti argamti.Magaalaa guddoon Aanaa kanaa Haratoo jedhamti.