Buunnoo Beddelleetti kan argamtu Aanaan Deeggaa daangeffama Aanaa Cooraa,Makkoo,Daaphoo fi kkf qabdi.Gandoolee 16 fi Magaalaa bulchiinsa M/Qopheessaan kantiibamti.Abbaan Gadaa Godina Buunnoo Beddellee walitti qabuu fi Abbaan Bokkuu Daarimuu Deeggaa Obbo Mirreessaa Qana'aa Jimaati