Anniisaan kuufamaa sababa wanti tokko ol ka’iinsa lafarraa qabaatun kuufatuudha. Fakkeenyaaf, kubbaa qilleensa keessa ol darbatamte, allaattii qilleensa keessa balaliitu, xiyyaara hawaa keessa balali’uufi kanneen kana fakkaataniidha.